Read Time:13 Second
Najaat Hamzaa, dubbi-himaa Idil-Addunyaa WBOtiif bakka-buutuu quunnamtii uummataa
ta’uun ramadamuu sirnaan isin beeksisuu feena. Najaat Hamzaa qabsoo Oromoo keessatti
falmituu murannoo fi cichoominaan beekamtu. Ishii dabalachuu keenyatti guddoo boonna.
Odaa Tarbii
Dubbii-himaa Idil-Addunyaa WBO
Hagayya 20, 2021