Ibsa Gabaabaa (Hagayya 20, 2021)

Najaat Hamzaa, dubbi-himaa Idil-Addunyaa WBOtiif bakka-buutuu quunnamtii uummataa
ta’uun ramadamuu sirnaan isin beeksisuu feena. Najaat Hamzaa qabsoo Oromoo keessatti
falmituu murannoo fi cichoominaan beekamtu. Ishii dabalachuu keenyatti guddoo boonna.
Odaa Tarbii
Dubbii-himaa Idil-Addunyaa WBO
Hagayya 20, 2021
4 thoughts on “Ibsa Gabaabaa (Hagayya 20, 2021)”
Leave a Reply Cancel reply
More Stories
Humnootni Amaaraa Dubartii Oromoo Ulfa Morma Kutanii Ajjeesani fi Barattoota Oromoo 18 Ukkaamsan Balaa Guddaa Qaba!
English Version (Ibsa ABO-WBO) Yakki duguuginsa sanyii Abiy Ahmadii fi humnoota Amaraatiin ummata Oromoo irratti raawwatamu akka malee hammaatee itti...
Dhaamsa Bara Haaraa fi Amajjii 1 Guyyaa WBO Ajajaa Ol’aanaa ABO-WBO
Miseensota ABO-WBO kan Qabsoo Bilisummaa Oromoo dirqama duraa godhattanii falmaa hadhaawaa irra jirtan;Waraana Bilisummaa Oromoo Hawwii Saba guddaa dhugoomsuuf wareega...
Report from Qondala district (VIDEO)
https://videopress.com/v/HmCkwMzC?resizeToParent=true&cover=true&preloadContent=metadata
Ibsa Gabaabaa (Muddee 3, 2021)
(Ibsa Ajajaa Ol’aanaa ABO-WBO) Nagaan keenya isin haa gahu. Namni gidduu kana tibbana miidiyaa hawaasummaa irratti bahee yaadawwan jibba amantii...
Of-Ittisuun Mirga Uumamaati!
Amharic Version | English Version (Ibsa Ajajaa Ol’aanaa ABO-WBO) Lolli sanyii duguuggaa Partii bilxiginan (PPn) Oromoo irratti gaggeeffamaa jiru WBOdhaan...
Oromoon Jechaa fi Gocha Gantootaan Afaanfajjawuu Hin Qabu!
(Ibsa Ajajaa Ol’aanaa ABO-WBO) Lola PPn uummata Oromoo fi WBO irratti gaggeessaa jirtuun kasaaraa guddaa keessa galuun ifa galaa dha....
Eeyyeen Jabaadhaa Wal Jabeessaa WBO Cina dhaabbanna Oromoo.
Ani Gamaa Kootin Akkumaa Kanan Itti Fufan Isiinin Jedha
Congratulations
I always admire you guys and I keep going and doing wonderful job and excellence of my country in a mile and I really appreciate what you’re doing for us and there is nothing I can say more than anything you can graduation and to keep up the excellent job thank you thank you this is Brian berhanu what can the wakena